Jude 1:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaaniif aanne'e! Isaan karaa Qaayiniititti goraneeran; adoo beese'eef joljolanuu dokonkora Bala'aamii keessa galaneeran; akkuma Qoraahii finqilanee badane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargala worraati! Ya kara Kainini deeme fud'atani; ya maro horitiifi akuma Balaamu wollaala gula badani; ya aka Korani lole lolani ufi balleesani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaargala warraatii! Warrii karaa Qaayin deeme gula yaa'e, akkuma bala'aam marroo horiitiif wallaala gula badanii; ya akkuma Qoraahiin mormee lole lolanii ufi balleessan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan karaa Qaa'eliitiin deemanii waanuma inni godhe waan godhaniif, waan minda'aatiif jedhanii dogoggora Bala'aamii keessa seenanii akka finqila Qore'eetiin waan badaniif isaan Aanne'e!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan karaa Qaayiniitiin deemanii waanuma inni godhe waan godhaniif, waan minda'aatiif jedhanii dogoggora Bala'aamii keessa seenanii akka finqila qore'eetiin waan badaniif isaan Aanne'e!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Karaa Qaaye'liitiin waan deemaniif, qarshi'iif jedhanii dogoggora Bala'aamiitiin waan kufaniif, Qoreen'llee akka isaan isaan'llee waan isa mormmuu isaaniitiin waan badaniif, isaanii uunisha'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaaniif aanne'e! Isaan karaa Qaayiniititti goraneeran; adoo beese'eef joljolanuu dokonkora Bala'aamii keessa galaneeran; akkuma Qoraahii finqilanee badane.