Jude 1:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan akka danbalii abbaayaa guddo'oo, hoomacha fokkoo ifii hoomachowaa, akka urjii taattottee ta addeen dukkana duudduu bara baraa isi'ii qophoottee ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka d'awa baariini jira, hujiini worraa hamtuuni aka homachaa mullati. Aka urji ch'eetu jira, Waaqi ya fulla dukana sipeti haga jira jireenna teesuma worraa mid'aase.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma dhawaan galaanaa yo wal dhooftu hoomachii gubbaa mullatuu, hujiin warraa hamtuulleen akkuma hoomacha sunii mullatti. Warrii akka urjii ceetuu jira; Waaaqii ya dukkana siphee ta haga jiruu jireennaa kessa taa'an warraa midhaasse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka hoomacha dambalii bisaaniitiin hoomachaawuuti; isaan akka urjii tuuttota huleen dukkana bara baraa isaanii qophaayeeti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka hoomacha dambalii bisaaniitiin hoomachaawuuti; isaan akka urjii tuuttota huleen dukkana bara baraa isaanii qophaayeeti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hoomacha gocha isaanii saalifachiisa'aa ka dafiqqan, isaan akka danbalii garba ciisa'aa dallaneeti, dukkantti jimiin bara baraaf akka isaan eeggatuu fi akka urjjiiwwan raanttayaniiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka danbalii abbaaya'aa, hoomacha fokkoo ifii hoomachowaa, akka urjii taattottee ta addeen dukkana duudduu bara baraa isi'ii qophoottee ti.