Jude 1:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri kun worra isin gargar qoodu, worra Ayyaana Woyyicha hin qanne, worra duudditii halchaa ifii ta biyya lafaa gula yaa'u.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri kunini gargari nama qooda, aka fed'i nafa worra gula iyaanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii kunin Hafuura Qulqulloollee hin qabuu fedhii nafa ufi gula yaa'eetti gargarii nama baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri kun worra gargar isin qooduuf worra Ayyaana woyyuu hin qabne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri kun worra gargar isin qooduuf worra Ayyaana woyyuu hin qabne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee nama ka addaan fooyan, hawwii foonii ka horddofan, Hafuura Qulqulluu namoota hin qabnne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri kun worra isin gargar qoodu, worra Ayyaana Woyyicha hin qanne, worra duuddittii halchaa ifii ta biyya lafaa gula yaa'u.