Jude 1:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jaalota tiyya, isin ammoo dhugeeffannaa teessan ta waan duudi'iin irra woyyittii teete irratti dhaabbadha'aatii jabaadha'a! Hunna Ayyaana Woyyichaatiin daadimadha'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo isani, jaallaani tiyya, d'ugefacha teesani qulqullo jabeesa gula yaa. Jabeenna Lubbu Qulqullotiini Waaqa kad'ad'a,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaallaan tiyya isan ammoo dhugeeffachaa teessan qulqulloo jabeessaa gula yaa'aa! Jabeenna Hafuura Qulqullootiin Waaqaa kadhadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin ammo jaalalloota tiyya! amantii keessan ka waa maraa caalaa qulqulluu ta'een uf ijaaru'uuf jabaata'aa Ayyaana woyyu'uun Rabbiin kadhadhaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin ammoo jaalaloota tiyya, amantaa keessan ka waa maraa caalaa qulqulluu ta'een uf ijaaru'uuf jabaata'aa Ayyaana woyyu'uun faateffadhaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin garuu yaa waaheloota, maraa olitti amantii keessan ka Qulqulluu ta'eef mataa keessan ijaaru'uuf hisadhaa, Hafuura Qulqullu'uun'llee himnna isiniif ni kadhadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalota tiyya, isin ammoo dhugeeffannaa teessan ta waan duudi'iin irra woyyittii teete irratti dhaabbadha'aatii jabaadha'a! Hunna Ayyaana Woyyichaatiin daadimadha'a!