Jude 1:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Marartiin Goottaa keenna Yesuus Kiristoosii, ta gara jiruu bara baraatitti isin geessitu eeggataa, jaalala Waaqaa keessatti ifi eega'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jaalala Waaqa keesa taa, ato Aabbo Yeso Kristo ka naasu ufitiini jireenna hegeri is isanii kennu eegattanu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaalala Waaqaa keessa taa'aa, Aabboo Yesus kiristoo ka naasuu ufiitiin jireenna hegerii isanii kennu eeggadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Araara Gooftaa kenna Yesuus Kiristoosii ka gara jireenna bara baraa geessu eeggata'aa jaalala Rabbiitiin uf eegaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Araara Gooftaa kenna Yesuus Kiristoosii ka gara jireenna bara baraa geessu eeggata'aa jaalala Rabbiitiin uf eegaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gooftaan keenna Yesus Kristos dhiifama isaatiin gara jireenna bara baraatiin akka isin gayuuf eeggachu'uun, mataa keessan jaalala Waaqaa keessatti eeggadha'aanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marartiin Goottaa keenna Yesuus Kiristoosii, ta gara jiruu bara baraatitti isin geessitu eeggataa, jaalala Waaqaa keessatti ifi eega'a!