Jude 1:22 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worra mama qabuuf marartii qabaadha'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra garaa lama qabuu naha:
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warra mamee herrega lama qabuu nahaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra morman garii gorsaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worra morman garii gorsaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoota shakkaniif gara laafnna isaanii taasisaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worra mama qabuuf marartii qabaadha'a!