Jude 1:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akka isin hin jinne isin tissiisaa fi komatama malee, gammadaan ulfinna ifii dura isin dhikeessiisaaf ka dande'u,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gara isaa ka dandae jigu isani d'owe, wollaala male gammadaani guddinna isaati isani geesu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii akka isan hin gufannee aaboo tokko malee gammada guddaan fuula ufii dura isan dhaabuu danda'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka uduu hin gufanne gammachu'uun worra mudaa hin qabne godhee isin dhaabsisuu danda'uuf,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka uduu hin gufanne gammachu'uun worra mudaa hin qabne godhee isin dhaabsisuu danda'uuf,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akka hin kufnne ka isin taasisu'uu fi worra ashaa hin qabnne isin taasisee gammachu'uun ulfinna isaa duranatti isin dhiyeessu'uuf ka danda'u,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka isin hin jinne isin tissiisaa fi komatama malee, gammadaan ulfinna ifii dura isin dhikeessiisaaf ka dande'u,