Jude 1:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqa fayyisaa keenna tokkochaaf, karaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin, ulfinni, guddinni, hunnii fi baalliin bara durii mara duraan jalqabee, bara ammaatii fi haga bara baraa isaaf te'u! Ameen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqa tokocha, Qarqaarsa keenna, Aabbo keenna Yeso Kristo keesa, guddinnaafi ulfinnafi humnafi jabeenni ka duriitifi ka ammalleeni ha tahu, ammafi hegerile! Amini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Keennaa karaa Aabboo keenna Yesus Kiristootiin, Waaqaa tokkochaa baasaa keennaati! ulfinnaa, guddinnaa, humnaa fi jabeennii ka duriiti, ka ammaatii fi ka hegeriilleen isaa ha ta'uu, ammaa fi hegeriillee! Ee'e jenne!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ka ufumatti Waaqaa fi qorichaa, barootaan dura, ammaa haga bara baraa, maqaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin ulfinni, gaachenni, hunninii fi baalliin haa dhufu! Amiin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
ka ufummatti Waaqaa fi qorichaa, barootaan dura, ammaa haga bara baraa, maqaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin ulfinni, gaachenni, hunninii fi baalliin haa dhufu! Amiin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni qoftti Waaqa qorichaa keenna ka ta'e karaa Gooftaa keenna Yesus Kristositiin, duri irraa jalqabee, amma'llee, bara baraaf'llee ulfinnaa fi gachena, huminnaa fi aangoon isaaf haa ta'u! Ameen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqa fayyisaa keenna tokkochaaf, karaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin, ulfinni, guddinni, hunnii fi baalliin bara durii mara duraan jalqabee, bara ammaatii fi haga bara baraa isaaf te'u! Ameen.