Jude 1:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jaallota tiyya! Marroo fayyinna woliin qoodannuu isiniif barreessiisaaf ani guddoo barbaadeeraayyu; amma ammoo marroo dhugeeffannaa yennaa takka'atti yennaa maraaf Waaqi kolbaa ifiitiif kennee, jabaattanee akka falmattanu isin gorsiisaaf barreessuun, barbaachisaa te'ee natti dhage'ameera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaalaani tiyya, anini guddo herege aka waan baafama nuuni ch'ufti woliini qamnu isani t'aafu; duuba tatabe tana ya isanii t'aafe aka isani jabaattani, d'ugefacha Waaqi gumi isaa ch'ufa maro tokotu kenne jabeesitani badi d'owartani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jaallan tiyya, anin akka waan baafamaa nuun cuftii waliin qamnuu, guddoo isanii barreessuu herrege; duuba ergaa tanaa ya isanii barreesse; akka isan jabaattanii, dhugeeffachaa Waaqii gumii isaa cufaa marroo tokkoo kenne jabeessitanii badii dhowwitan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Obboleeyyan tiyya! Waan fayyinna keennaa uduu isiniif barreessu waan amantaa woyyootaa hennaa tokko kennamee, jabaattanii akka falmattan isin gorsa'aa isinii barreessuun barbaachisaa akka ta'e arge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Obboleeyyan tiyya! Waan fayyinna keennaa uduu isiniif barreessu waan amantaa woyyootaa hennaa tokko kennamee, jabaattanii akka falmattan isin gorsa'aa isinii barreessuun barbaachisaa akka ta'e arge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yaa waaheloota! Waayee fayyinna wolitti qabnnuu isinii barreessu'uuf haalaan barbaadee ture, amma garuu haala irra deebii hin qabnneen, Waaqinni ummata isaatiif yeroo tokko waayee amantii kenneetiif, akka ciminnaan akka woldhaanttan gorssu'uuf, isinii barreessu'uun dirqama natti ni ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalota tiyya! Marroo fayyinna woliin qoodannuu isiniif barreessiisaaf ani guddoo barbaadeeraayyu; amma ammoo marroo dhugeeffannaa yennaa takka'atti yennaa maraaf Waaqi kolbaa ifiitiif kennee, jabaattanee akka falmattanu isin gorsiisaaf barreessuun, barbaachisaa te'ee natti dhage'ameera.