Jude 1:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waan kana maraa isin duruu beettan, te'uu malee, akka Goottaan kolbaa ifii biyya Gibxii keessaa baasee fayyissee fi worra isatti hin dhugeeffatinille duuba irra akka balleesse isin yaadachiisu'uuf barbaada.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato isani waan kana ch'ufa aka dansa beetanile, anini aka Aabbooni gosa Israeli lafa Misiri keesaa baase, ammo eegi suni worra isa ind'ugefatiini ch'ufa balleese isani qaabsiisu fed'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin adoo isan waan kana akka dansaa beettanillee, akka Aabboon gosa Israa'elii lafa Misirii keessaa baasee, ammoo eegii sunii warra isa hin dhugeeffatin cufaa balleessee isan qaabsisuu fedha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoma dursitanii waan kana mara beettan ta'ellee, Gooftaan banii biyya Misiriitii attamitti akka baase, maayii worra amanuu dhaban attamitti akka balleesse isin qaabsiisuu fedha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yoma dursitanii waan kana mara beettan ta'ellee, Gooftaan banii biyya Misiriitii attamitti akka baase, maayii worra amanuu dhaban attamitti akka balleesse isin qaabsiisuu fedha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana mara durssitanii yeroo tokko ka beekittan yoma ta'e'llee, ummata isaa biyya Gibixiitii baasee akka isaan fayyisee fi worra hin amaninii'llee maai'ii akka isaan balleesse, isin yaadachiisu'uuf ni jaaladha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan kana maraa isin duruu beettan, te'uu malee, akka Goottaan kolbaa ifii biyya Gibxii keessaa baasee fayyisee fi worra isatti hin dhugeeffatinille duuba irra akka balleesse isin yaadachiisu'uuf barbaada.