Judges 1:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra Kanaani, ka dira Hebroni, ka duri Kiriath-Arba jed'ani jiruti had'iisa dabrani. Achiti worra balbala Sheshaitifi Ahimanitifi Talmai dabsatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yihuudaanillee worra Kana'aanii ka Keebrooniin keessa jiraniin lolu'uuf dhaqe; asiin dura maqaan Keebroonii Qiriyaati'arbaaq ture; isaan gosa Seesinii, Akimaanii fi Talaaminiin mooyatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Yihuda'aa, Kana'aanota qachaa Kebroonii ka dur, «Kiriiyati-Arbaa» jedhamu keessa le'anu loliisaaf dhaqane; isaan sanyii Sheshaayii, Ahimaaniitii fi Talmaayii injifatane.