Judges 1:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Yuda achii kae, dira Debiri ka duri Kiriath-Seferi jed'ani, dabsate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessallee Yihuudaan namoota Darbe'eetiin lolu'uuf deeme; asiin dura maqaan Darbe'ee «Qiriyaaseefeer» jedhamti ture;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Yihuda'aa, worra qachaa Deebirii ka dur, «Kiriiyat-Sefe» jedhamu keessa le'u loliisaaf dhaqane.