Judges 1:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya fuud'a, Othnielini isi sobate abba isi oobru na kad'ad'i jed'eeni, isiini harre ufi iraa buute, jennaani Kalebuni waan isiini feetu gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiinillee hennaa gara isaa dhaxxe, «Abbaa ufii irraa akka inni lafa kadhatu isa gorsite » isiin harree irraa buunaan Kaaleeb, «Maal barbaadda» isi'iin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Aksaan Otnii'el heerumteen duuba, akka inni abbaa isi'ii irraa fichaa gaafatuuf itti hinte. Yennaa isiin harree ifii irraa baate, Kaaleb, «Ani maan akka si'iif godhu barbaadda?» jedhee gaafate.