Judges 1:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini waan jetteeni, Anini madda bisaani fed'a. Lafti atini naa kennite lafa gamooji ta bisaani inqamne. Jennaani Kalebuni madda bisaani ta jalatifi ta gubbale kenneefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiinillee, «Lafa cinaa bita'aatiin jirtu waan naa kenniteef akkasuma hulee burqaa bisaanii qabdullee eebba godhii naa kenni» jetteen; Kaaleebillee lafa burqaa bisaanii ta gubba'aatii fi ta jalaallee hin kenneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiille deebittee, «Latti ati naaf kennite lafa gammoojji'ii keessa waan teeteef, madda bisaaniille akka naaf kennitu barbaada» jette. Maarre Kaaleb madda bisaanii ka oliitii fi ka gadii kenneef.