Judges 1:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri gosa Keni, ka sodda Musa, Yeriko dira meet'iti worra gosa Yuda woliini yae, lafa aloo ta Aradini bita lafa Yuda keesa d'aqe achi gosa Amaleki keesa qubate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen soddaa Muuse'ee ta worra Qeenotaa ijoollee Yihuuda'aa woliin qachaa Meexxii qabduu ka'anii haga lafa gammoojjii bita'aa ka Yihuuda'aa ka Araadiin bira jirtutti bayanii banii achi jiru woliin jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin abbaa soddaa Muuse'ee Qenichaa, kolbaa Yihuda'aa woliin qachaa Meexxi'iitii ka'anee, lafa biyya Yihuda'aa keessaa gara lafa goomolee kibbaa ta qachaa Araadii biraatitti ol bayanee, kolbaa biyya sanii woliin le'ane.