Judges 1:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'eeni, Gochiti Yuda ha qara d'at'uti, anini yayu harka worrati lafa suni kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbillee, «Yihuudaan isin afoo haa bawuu, ani biyya san isinii kenneeraa» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa deebisee, «Sanyiin Yihuda'aa dursitee duultuu ti. Ani lafa san dabarsee isaaniif hin kenna» jedhe.