Judges 1:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo worri gosa Benjamini worra gosa Yebusi, ka Yerusalemu keesa jiru, keesaa ingussine. Ammalle worri Yebusi haga arrale worra Benjamini woliini taani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu worra Iyyaabusootaa ijoolleen Biiniyaamii achii isaan hin baafne; haga adhaa Iyyaabusoonni ijoollee Biiniyaamii woliin Yerusaalemiin keessa jiraata'aaran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin Beniyaaminii ammoo, Yibusoota ari'anee Yerusaalem keessaa waan hin baasiniif, isaan haga adhaa kolbaa Beniyaaminii woliin Yerusaalem keessa le'an.