Judges 1:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti Efraimutifi ta Manase kaate dira Betheli, ka duri Luzu jed'ani, had'u d'at'e. AABBO Waaqi worra qarqaare worri dooya erge,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gofti Yooseefiillee Beeteeliin lolu'uuf bayan, Rabbillee isaan woliin jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin ilmaan Yoseefii qachaa Bet'elii loliisaaf dhaxxe; Mootiin Waan Maraalle isaan woliin jiraayyu.