Judges 1:25 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni worra garsiise, duuba worri Efraimutifi ka Manase nama dira suni keesa jiru ch'ufa fit'e, namicha sunifi worra isaa male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee karaa gara qachatti'ii seenaniin isaanitti mudhise, isaanillee guraade'een lolanii qachattii san balleessan; namicha karaa isaanitti mudhise sanii fi worra isaa maraa hin tundhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre innille karaa gara qacha'aa seenu isaanitti mudhise; isaanille worra qachaa keessa le'u shallaaga'aan fixane; namichaa fi maatii isaa ammoo nageyaan lakkisane.