Judges 1:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni inni lafa worra Hiti d'aqe achiti dira jaarate maqa Luzu iti baase, diri suni haga arrale maquma suni qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichillee gara biyya Keexotaa deemee hulee dhaqe sanitti qachaa ijaaree maqaa isi'iillee «Loozaa» jedhee itti baase; haga adhaallee maqaan isi'ii kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi sun gara biyya Heetotaa dhaqee, qachaa maqaan isaa haga adhaa, «Luz» jedhamee beekkamu ijaare.