Judges 1:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti Manase worra dira Beth-Shani, Taanaki, Dori, Ibleamu, Megidofi dira d'aatu suni jiru ch'ufa keesa tau keesaa ingussine; worri Kanaani achuma taa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gofti Minaase'eellee namoota ganda Beetasaanii, Yatakinaanii, Yadoorinii, Yabela'imiitii fi namoota ganda Magdoonii achi keessaa hin baafne; worri biyya Kana'aaniillee achuma taa'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin Minaase'ee worra Bet-shaan, Ta'anaa, Door, Yible'aam, Megidoo fi worra ollaa adaala isaanii keessa le'u ari'anee hin baanne; Kana'aanotille achuma keessa le'iisaaf murteeffatane.