Judges 1:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Israeli jabaate irre argate jennaani, worra Kanaani irreeni hojachiifate, ammo tatule worra ch'ufa dira suni keesaa ingussine.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Israa'elii haga jabaataniin maayessa worra Kana'aanii hin gabbarsiisan malee uf keessaa isaan hin baafne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti yennaa jabaatane, worri Kana'aanotaa akka hujii hunnaa isaaniif hujanu, hunnaan godhane malee, isaan mara ari'anee hin baanne.