Judges 1:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti Efraimu worra Kanaani ka dira Gezeri keesa tau keesaa ingussine, duuba worri Kanaani suni achuma worra woliini tae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gofti Efreemii worra Kana'aanii ka qachaa Geezirii keessa jiraatan uf keessaa hin baafne; isaan isaanuma woliin jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin Efreemiille Kana'aanota qachaa Gezerii keessa le'anu ari'anee hin baanne; tanaaf Kana'aanoti odduu isaanii Gezer keessa le'ane.