Judges 1:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri gosa Yuda waan worra gosa Simeonitini jed'e, Lafa nuu kennaniti woliini nu yaasa, nu worra gosa Kanaani wolumaani haana. Duuba eege nu lafa isanii kennani woliini d'anna. Jennaani gochiti Simeonitifi
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yihuudaan obboleessa ufii Simooniin, «Koottaa worra Kana'aaniititti woliin duullaa, nullee yoo isin duultan isin woliin duullaa» jedhe; Simoonillee lolaaf baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Yihuda'aa kolbaa Shimi'oonii obboleeyyan ifiitiin, «Kana'aanota loliisaaf gara lafa nu'uuf kennantee, woliin deennuu ti. Achiin duuba nuutille gara lafa isiniif kennantee, isin woliin deenna» jedhane. Maarre sanyiin Shimi'ooniille isaan woliin deemane.