Judges 1:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Asheri worra Kanaani ka qara achi jiru lafa keesaa ingussine wolumaani taani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra Kana'aanii ka isaan keessa lafa san irra jiraatan waan uf keessaa hin baafneef ijoolleen Aseerii isaanuma woliin jiraatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf kolbaan Asheerii Kana'aanota achi jiranu woliin le'ane.