Judges 1:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti Naftali worra dira Beth-Shemeshifi Beth-Nathi keesa tau keesaa ingussine. Worri Naftali worra Kanaani ka qara achi jiru woliini taani ammo irreeni worra hojachiifate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gofti Niftaalemiillee worra Beetisaamisiitii fi worra gosa Beeti'anaatii uf keessaa hin baafne; worra Kana'aanii ka biyya san keessa jiran woliin jiraatan; isaan garuu worra gibira isaan gabbaru ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin Niftaalemii Kana'aanota Bet-sheshii fi Bet-anaat keessa le'anu ari'anee hin baanne; tanaaf worri Kana'aanota isaan woliin lafa san le'ane; ammoo hujii hunna akka isaanii hujanu hunnaan godhane.