Judges 1:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti Amori gosa Dani lafa gaareeniti irreeni deebifte, diidati gabuu d'owarte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amooronni worra gosa ijoollee Daanii gara biyya gaaraa ol ittisanii gara dhooqaa akka hin buune dhooggan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Amoorotaa sanyii Daanii gara biyya koobitti'ii ari'ane; gara dirre'eelle gad bu'iisa isaan dhooggane.