Judges 1:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Amori Ayalonifi Shaalbimufi gaara Heresi qubate, tae, ammo gochiti Efraimufi Manase worra mohatte, irreeni hojachiifate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amooronni gaara Heeresii, Heelonii fi Shaalbiimiin keessa jabaatanii jiraatan; garuu worri Yooseefii hunnaan isaan gabbarsiisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Amoorotaa Ayalon, Sha'aalbiimii fi kooba Heresii keessa le'iisaaf murteeffatane; sanyiin ilmaan Yoseefii ammoo ifiin jalatti isaan bulchaa, akka hujii hunnaa isaaniif hujanu hunnaan godhane.