Judges 1:36 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sela gama mirgaa seeri gosa Edomu kaarra Akrabimu keesa bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaan lafa worra Amoorotaa goodda Aqiraabii lafa dhaga'aa irraa jalqabee haga olii baya ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Meessaan worra Amoorotaa tarba Aqrabiimii Selaa irraa jalqabee, ol baya.