Judges 1:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ta Yuda duula woliini iti d'aabate. AABBO Waaqi worra gosa Kanaanitiifi ka Perizi harka worrati kenne worri nama kuma kud'ani Bezekiti dabsate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Rabbi worra Kana'aaniitii fi worra Feerzotaa dabarsee harka isaanii jala galche; isaanillee Beezeeqiin keessatti nama kuma kudhanii ajjeesan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Yihuda'aa yennaa lolaaf baate, Mootiin Waan Maraa Kana'aanotaa fi Pheriizota harka isaaniititti dabarsee kenne; isaaniille qachaa Bezeqiititti namoota kuma kudhan ijjeesane.