Judges 1:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni baqate jennaani worri isa reebe, qabe quba hagicho ka harkatifi ka miilale ch'ufa iraa ch'ire.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Adoonibeezeq dheessinaan ari'anii qabanii quba abbuuddicha harkaatii fi ka lukaa irraa muran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adonii-bezeq isaan duraan baqate; isaan ammoo ari'anee isa qabanee, quba abguddicha miilaatii fi ka harka isaa murane.