Judges 1:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Yuda Yerusalemu had'e dabsate, nama isaa fit'e dira ch'ufa gube.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Yihuuda'aa biyya Yerusaalemiitiin guraade'een lolanii lafa isaaniillee qabatanii, qachattii isaaniillee ibiddaan guban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba kolbaan Yihuda'aa qachaa Yerusaalemii loltee qabatte; namoota qachaa keessa jirulle shallaaga'aan fixxee, qachaa sanille ibiddaan gudde.