Judges 1:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni gabuani worra Kanaani ka lafa gaareeni jirufi ka golba gaara jirufi ka lafa gamooji ta bita jirule had'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa worri Yihuuda'aa worra Kana'aanii ka lafa gaaraatii fi gara bita'aa ka gammoojjii keessa jiraataniin lolu'uuf gad bu'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kanaan duuba kolbaan Yihuda'aa, Kana'aanota worra biyya koobaa, goomolee kibba Negebiitii fi lafa kooba jalaa ta gara aduun seentuu loliisaaf dhaxxe.