Judges 10:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan worraani jed'e worra Misiritiifi ka Amoritifi ka Amonitifi ka Filistitifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi garuu ijoollee Israa'eliitiin akkana jedhe; «Worri biyya Misirii, worri Amoorotaa, ijoolleen Amoonii,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa isaaniif deebisee, «Worri Gibxi'ii, worri Amooniitii fi worri Filisxeemotaa,