Judges 10:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Taatule na lakiftani waaqoota d'ibi kad'atani, tanaafi anini deebie isani imbaasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin garuu ana dhiiftanii waaqa tolfamaa biraa waaqeffattan; kanaafuu ani isin hin oolchu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin ammoo na lakkittanee, waaqota dhibii waaqonfattane; tanaaf ani haganaa achi isin hin baasu.