Judges 10:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Beena, waaqoota isani fohataniti boha; yo isani d'iba argattani ha worri isani baasuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
deema'aatii waaqolee tolfamaa filattan waamadhaa'a, isaan gaafa isin rakkattan isin haa oolchanii» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhaqa'aatii, gara waaqota filattanee iyyadha'a; yennaa isin rakkatane isaan isin baasanuu ti» jedhe.