Judges 10:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri waaqoota worra gosa d'ibi kaani gadi gate, AABBO Waaqa ch'alla kad'atani. Inni duuba gaargala worra Israeli arginaani obsu dad'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan waaqa tolfamaa uf jiddu'uu dhoogganii Rabbiin waaqeffatan, Rabbillee rakkachuu worra Israa'eliititti guddisee gadde.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre isaan waaqota orma odduu ifiitii balleessanee, Mootii Waan Maraa waaqonfatane; Mootiin Waan Maraalle rakkinna Israa'elootaa dhaggee guddoo gadde.