Judges 10:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Achiti biyyafi worri gugurdaani ka gosa Israeli walgaafatani waan jed'ani yo nu worra Amoni haanu eenuti abba duula nu taha? Ka had'iisa kana keesaa abba duula tahu, gudda nama Gileadi keesa jiru ch'ufa taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniinii fi bulchoonni bani'ii, «Nu'u keessaa eentu ijoollee Amooniitiin loluu jalqaba? woliin jedhan; inni namoota Gala'aadii maraa irratti bulchaa ta'a» woliin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sooressitooti kolbaa Giil'aadii, «Nami dursee worra Amoonii loliisaa jalqabu, worra Giil'aad keessa le'u mara irratti sooressaa te'uu ti» wol woliin jedhane.