Judges 10:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ilmaani sodoma ta harre sodoma yaabattu d'ale. Ijoolleeni suni dira sodoma lafa Gileadi keesaa qabdi, ka arrale ollowaani Yairi jed'ani
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ijoollee dhiiraa soddomaa ta harriin soddomaa yaabbattu qaba; isaan biyya Gala'aadiititti qachoota soddoma qaban; qachoonni kunniin haga adhaa gandoota Iyyaa'irii jedhaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaa'iir ilmaan soddoma ta harree soddoma irra teettee deentu qabaayyu; isaan lafa Giil'aadii keessatti qachoota soddoma qabaniiyyu; qachooti sun haga adhaalle olloota Yaa'iirii jedhamanee waamaman.