Judges 11:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yefthani nama gara hayyu Amoni erge waan jed'e, Wonti atini nu quufa d'abde mani? Atini maanifi lafa teenna haate?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Yooftaaheen gara mootii Amoonii worra dhaamsa geessan ergee, «Ati maal na irraa qabda ka biyya kiyyaan lolu'uuf gara kiyya dhuftu?» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yiftaan gara mootii worra Amooniititti namoota ergee, «Ati biyya tiyya keessatti na loliisaaf ka dhutteef, anii fi ati maan wol irraa qanna?» jedhee gaafachiise.