Judges 11:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aki isii akana; gaafa worri Israeli lafa Misiri keesaa bahe, worri lafa aloo ta gamooji keesa godaane, galaana Diima taake Kadeshini bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu Israa'el hennaa biyya Misiriitii bawu, hennaa karaa lafa udume'eetiin gara galaana diima'aa deeman, hennaa Qaadesiin gayan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Israa'elooti biyya Gibxiitii yennaa bayane, goomolee keessa gara Abbaayaa Diintu'uu dhaqanee, gara Qedeeshii dhufane.