Judges 11:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba nama gara hayyu Edomu ergani, si kad'anna, lafa tante keesa nu dabarsi jed'ani. Ammo hayyuuni Edomu sunini worra jala dide. Worri hayyu Moabule kad'annaani innileeni dide. Tanaafi worri Israeli Kadeshumati hafe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Israa'el gara mootii Edoomiyaasii, «Lafa kee keessa lufaa yabo'oo na hoffolchi» jedhee dhaamsa erge; mootiin Edoomiyaasii garuu hin dide; akkasuma gara mootii Moo'aabiillee erginaan innillee isaanii maarre hin jenne; kanaafuu worri Israa'elii Qaadesiin keessa jiraatan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan mooticha Edoomiititti ergantoota erganee, ‹Lafa teeti keessa akka dabarruuf nuuf eeyyam› jedhane; mootiin Edoomii ammoo didate. Isaan mootii Mo'aabiille'etti ergane; innille dide; tanaaf Israa'elooti Qedeesh turane.