Judges 11:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri Israeli nama Sihoni hayyu Amori ka Heshboni tauti erge waan jed'aniini, Nu si kad'anna, lafa tante keesa lafa teennati nu dabarsi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Israa'el gara Seewoonii mootii Haseboonii gosa Amoorotaatitti yabo'oo lafa kee keessaan gara biyya keennaa nu dabarsi jedhee dhaamsa itti erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Israa'elooti, gara Sihoonii mootii Amoorotaa ka qachaa Heshiboonii keessa tee'ee bulchetti ergantoota erganee, ‹Gara biyya teennaa, lafa teeti keessa akka dabaru nuuf eeyyam› jedhaneen.