Judges 11:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ilmaani d'ibile ka niitiini isaa d'alte, qaba; ilmaani tunini gugurdannaani Yeftha worra isaani keesaa baafte waan jetteeni waan tokole aabbo ira ind'aaltu, atini ilma haad'a d'ibiiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abbaan isaa Gala'aad; haati manaa isaa ta inni dura fuudhe ijoollee dhiiraa deetteef. Ijoolleen tunniin haga guddatte Yoftaahe'een, «Ati nama intala biraa irraa dhalatte waan taateef lafa abbaa keennaa dhaaluu hin dandeettu» jedhanii manaa ari'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Haati manaa Giil'aadiille ilmaan deetteetiif; isaan yennaa guddatane obboleessa ifii Yifta'aan, «Ati dubartii dhibii irraa waan dhalatteef, mana abbaa keennaa keessaa waan tokko hin dhaaltu» jedhanee manaa ari'ane.