Judges 11:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Sihonini dide nama isaa ch'ufa duula wolti baase, Yahasiti naannaani, worra Israeli had'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seewoon worri Israa'elii lafa isaa keessa akka lufaniif isaan hin amanne; inni banii maraa wolitti qabee Yahaatsimitti quphatee worra Israa'eliitiin lole.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sihoon ammoo akka Israa'elooti lafa isaa keessa dabaranuuf hin addanne; maarre loltoota ifii mara wolitti qabatee, addee ‹Yaahaz› jedhantutti qubatee isaan lole.