Judges 11:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo AABBO Waaqi Israeli worra Sihonitifi duula isaa ch'ufa harka worra Israeliti kenne. Jennaani worri Israeli lafa worra Amori, ka gaafasi arda suni jiru, ch'ufa fud'ate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi Israa'elii Seewoonii fi banii isaa maraa akka worri Israa'elii mooyatu taasise; worri Israa'eliillee isaan dhayan; worri Israa'elii lafa worra gosa Amoorotaa maraa hin dhaalan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa, Waaqi Israa'elii, Sihoonii fi loltoota isaa mara harka Israa'eliititti dabarsee kennee, isaanille isaan injifatane; maarre Israa'el lafa Amoorotaa ka worra achi keessa le'uu mara qabatte.