Judges 11:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti worri fud'ate tana: haga galaana Arnoniti bitaati fuud'ani Yaboki mirgati d'aabani, ammalle haga lafa gamooji ta ilaboruti fuud'ani, galaana Yordani ila aduti d'aabani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aarnooniin irraa jalqabee haga Yaabooqii, lafa gammoojji'iitii jalqabee haga laga Yoordaanosii lafa worra Amoorotaa maraa hin dhaalan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan biyya Amoorotaa duudii, laga Aarnonii irraa haga laga Yaaboqiitii fi goomolee irra haga laga Yordaanosiititti qabatane.