Judges 11:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini amma lafa suni deefachu feeta? Atini waan waaqi kanke Kemoshini si kenne ch'ufa fud'adi woliini tae nuleeni waan ch'ufa ka AABBO Waaqi keenna nu keennu fud'anne woliini teenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafa Rabbi Waandhi kee Kaamoosh sii kenne qabattee hin teettuu? nullee lafa isaanii Rabbiin keenna isaan irraa ari'ee nuu kenne dhaalla.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati lafa waaqi keeti Kemoshi siif kenne qabattee hin teettuu ree? Nuutille lafa Mootiin Waan Maraa Waaqi keenna nu'uuf kenne mara qabannee hin leena.