Judges 11:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lakisi, anini taka waan tokole si duraa iyyakine; siti nu yaku jira, ka na haatu. Nami wolti nu laalu AABBO Waaqa, isumati ara nufi worra Amoni gargari baasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani si hin yakkine, ati garuu naan wol loltee na yakkiteerta; Rabbiin murteessu ijoollee Israa'eliitii fi ijoollee Amoonii jiddu'utti adha haa murteessu» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani si hin yakkine; ati ammoo woraana natti kaasiisaan na yakkiteerta. Mootiin Waan Maraa abbaan mura'aa, Israa'elootaaf yookiin worra Amooniitiif adha muruu ti» jedhe.