Judges 11:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani lubbuuni AABBO Waaqa Yeftha ira buute inni Gileadifi Manase keesa dabre, Mispa ta lafa Gileadi deebie Amoniti dabre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Hafuurri Rabbii Yooftaahee irratti bu'e; inni bulchiinsa Gala'aadiitii fi bulchiinsa Minaase'ee keessa lufe; Mitsiphaa biyya Gala'aadiillee hin lufe, Mitsiphaa irraallee gara ijoollee Amoonii lufe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Ayyaanni Mootii Waan Maraa Yiftaa irratti bu'e; Yiftaalle biyya Giil'aadiitii fi biyya Minaase'ee keessa qaxxaamuree, qachaa Miisphaa biyya Giil'aadii keessa dabaree worra Amoonii lole.